
KAAYYOO WEBSAYITII KANAA
- BARUMSA GARAA GARAA YEROO MURAASAA BOODA AS KEESSATII NAMOOTNI AKKA ARGATANIIF.
- BEEKSISAA FI WAAN HAARAA AS KEESSAA AKKA ARGATANIIF.
- ADDUNYAA DURSUUF
- SAGANTAALEE ONLINE(KALLATTIIN ) DABARSUUF.
- NAMOOTNI WANGEELA OF HARKAA HIN QABNE AKKA ASII ARGATANIIF.
- OGUMMAATIIN ADDUNYAA GUUTUUTTI WANGEELA LALLABUU FI NAMOOTA JAJJABEESSUUF.
- Wal jajjabeessuuf
- KKF

WAANTOTA YEROO MURAASAA BOODA HOJJETAMAN
- TAJAAJILA VIDIO
- SUURA DHUGAA BAHUMSAAF OOLAN.
- BARUMSA GARAA GARAA
- GORSA GARAAGARAA
- TOOFTAA ITTIIN TOKKUMMAAN AMANTOOTAA CIMU YAADA KENNUU FI BEEKSISUU
- YAADA KENNUU
- DHUGAA BAHUUN AKKAMITTI?
WEBSAAYITII KANA GADIIN NU HORDOFUU IN DAGATIINAA.
waamicha
- namootni ykn barattootni yaada kennuu barbaaddan yaada kan jedhu irratti click gochuun yaada kennuu dandeessu.
- barumsa garaa garaa soft copy dhaan namootaaf kennuu kan barbaaddan fi website irra akka taa'u kan feetan email:faobkua2010@gmail.com kennuu ni dandeessu.
- seenaa feloshiippichaa kan hundeeffamuu isaa beektan
karaa email kanaa akka nuuf ergitan jaalala waaqayyootiin isin gaafanna.